1 Chronicles 15:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Waaqi worra Lawi ka Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa baatu qarqaareefi, worri koromi looni torbafi hooliye torba sorio qale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri Leewwotaa ka saanduuqa waadaa Rabbii baadhatan Rabbi isaan gargaarraan sangoota torbaa fi korbeeyyii hoolotaa torba ciincaa godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Lewwoota Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraa ba'atane san waan qarqaareef, isaan korommii torbaa fi korbeeyyii hoole'ee torba ciincaa dhikeessane.