1 Chronicles 15:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini ubaara boofta dansa keeyate, ammalle worri sirbituleni, Kenania ka worraa matatifi worri Lawi ka Sanduqa baatuleeni woyuma akasi keeyate. Daudini ammalle woya aka korbo hid'atani taani keeyate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, worri Leewwotaa ka saanduuqa waadaa Rabbii baadhatan martuu, worri faarfattootaa, Kanaaniyaan bulchaa faarfattootaallee Efuudii mishaa uffataniiran. Daawitillee uffata qoma irratti uffatan uffateera,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti gaafas akkuma Lewwoota Saanduqa Gondooro'oo ba'atanuu, akka faarsitootaatii fi akka Qayinaanii itti gaafatamaa faarsitootaa, woyaa quncee talba'aa dansaa irraa hujante uffateeraayyu; itti dabaleelle woyaa dirata qomaa ta quncee talba'aa irraa hujate uffateeraayyu.