1 Chronicles 15:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami balbala Merari ka inni yaame, Asaya, ka nama d'ibba lamafi diddama ka balbala isaa inni iti mataa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
joollee Meeraarii keessaa bulchaan Asaaya'a; obboleewwan isaa dhibba lamaa fi diddama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sanyii Meraarii keessaa sooressa Asaaya'aa fi firoota isaa nama dhibba lamaa fi diddama,