1 Chronicles 15:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami balbala Elisafani ka inni yaame, Shemaya, ka nama d'ibba lama ka balbala isaa inni iti mataa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Eelsaafaanii keessaa bulchaan Shaamaaya'a; obboleewwan isaa dhibba lama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sanyii Eliizaafaanii keessaa sooressa Shemaa'iyaa fi firoota isaa nama dhibba lama,