1 Chronicles 16:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Sanduqa Wold'aqisa d'ufeeni waaro Daudini jaareefi keesa kaye. Jennaani worri waan gubani sorio baasanifi sorio wold'ageeti AABBO Waaqaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduuqa waadaa Rabbii qabatanii dhufaniinii daasee Daawiti qopheesseef keessa kaayan; achiin maayessa ciincaa ciincawuu fi ciinaa fayyumma'aallee Rabbii dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa fidanee, dunkaanii Daawiti dhaabeef keessa keyane; achiin duuba kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa Waaqaaf dhikeessane.