1 Chronicles 16:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'eeni, Anini lafa Kanaani sii kenne, isiini hand'ura ke taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaan kunillee, «Biyya Kana'aanii sii kenna, lafti sunillee tee taati» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Qooda dhaala sanyii teetii akka teetuuf, lafa Kana'aanii si'iif hin kenna» jedhe.