1 Chronicles 16:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi dansa, galata deebisaafi; jaalalti isaa haga jiru jireenna jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan arjaa ta'eef, jaalalli isaallee baraa haga bara baraa waan ta'eef Rabbiin galatoonfadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maganne'e, Mootiin Waan Maraa dansaa waan te'eef, jaalalli isaa ka haga bara baraa waan te'eef, isa galateessa'a.