1 Chronicles 16:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani jettaniini, Ee Waaqa, baafama keenna, nu baasi; wolti nu yaami, gosa d'ibi jalaa nu baasi, aka nu galata si deebifne maqa kanke qulqullo faarsinu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin, «Waaqa fayyisaa keenna! Worra Yihuudota hin taane keessaa gara biyya keennaa nu galchi; hennaa san akka si galatoonfannu; maqaa kee woyyuu akka ulfeeffannu yabo'oo nu oolchi!» jedha'aan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin, «Nuuti maqaa keeti woyyicha akka galateeffannuuf, ulfinna keeti akka leellifannuuf, ee, Waaqa fayyisaa keenna, ati gosa biyya adda addaa harkaa nu baasiitii, wolitti nu qabi» jedhaalle'e.