1 Chronicles 16:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO, Waaqa Israeli, faarsa! Haga jiru jireenna ch'ufa isa faarsa! Jennaani gumiini ch'ufti Amini jette, AABBO Waaqa faarsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Israa'elii baraa haga bara baraa haa ulfaatu! Baniin maruu «Amiin» jedhanii Rabbiin galatoonfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii haga bara baraa leellifamuu ti. Achiin duuba kolbaan marti, «Ameen! Mootiin Waan Maraa leellifamuu ti» jette.