1 Chronicles 16:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Daudini Asafufi oboleyaani isa huji kad'acha ta fulla Sanduqa Wold'aqisa kayaniti kad'atani worra iti mataa tolche, waan jed'eeni, Huji tana guyya ch'ufa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Daawiti worra guyya guyya'aan saanduuqa waadaa Rabbii tajaajilan Asaaf obboleewwan isaatii fi Obeedi'eedoomiinillee obboleewwan ufii jahaatamii saddeettanuu saanduuqa waadaa Rabbii afo'otti isaan dhiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Asaafii fi Lewwooti akka isaa Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa duratti, guyyuma guyya'aan akka tajaajilanu, Daawiti achitti isaan lakkise.