1 Chronicles 16:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Obed-Edomu ilma Yeduthunitifi nami jaatami saddeeti, ka balbala gosa isaa, ha worra suni qarqaare, Hosafi Obed-Edomuni ha fullo eegani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obeedi'eedoomii ilma Edootaamiitii fi Hoosaan akka balbala eeganiif achumatti isaan dhiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma ammalle Obed-Edoomii fi Lewwooti akka isaa namooti jaatamii saddeeti, ilmi Yedutuu Obed-Edoomii fi Hosaah karra akka eeganuuf achitti isaan lakkise.