1 Chronicles 16:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo qaallichi Sadoki jed'anifi qaaloleeni oboleyaani isaa taani, huji kad'acha ta AABBO Waaqa Gibeoniti kad'atani, ha gubbaa worraa taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saadooqii gadichaa fi gadoota obboleewwan isaa balbala hulee bulti'ii ka mana woyyu'uu ka gaara Gabaa'oonii ka hulee itti waaqeffatanii bira isaan dhaabsise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zaadoqii Hayyichaa fi hayyoota akka isaa, Dunkaanii Woldeenna'aa ta Mootii Waan Maraa ta addee waaqonfanna'aa ta Giibe'on keessa jirtu duratti,