1 Chronicles 16:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri diiramafi galgala ch'ufa ha hori gube waan aka mesa kaani irati sorio baasu, aada Seera AABBO Waaqi t'aafe worra Israeliti kenne gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti inni waan kana godheef akka seera Rabbi worra Israa'elii kenneetitti hennaa maraa ganamaa fi galgalallee ciincaa ciincawu hulee ciinca'aa irratti akka ciinceessaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
guyyaa mara ganamaa fi galgala, akkuma seera Mootiin Waan Maraa Israa'eliif kenne keessatti barreeffametti, addee ciinca'aa irratti kennansa gubamu Mootii Waan Maraatiif akka dhikeessanuuf, Daawiti achitti isaan lakkise.