1 Chronicles 16:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra woliini Hemanifi Yeduthunifi worra maqesani fohataniti jira, aka worri maro jaalala AABBO Waaqa ta haga jiru jireennatiifi isa faarsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiifamsi isaa baraa haga bara baraa waan ta'eef akka Rabbiin galatoonfataniif Eemaanii fi Eedootaamiin worri maqaa isaatiin filatamanillee worra hafan isaan woliin dhaabsise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan wolille'een Hemaan, Yedutuu fi worri dhibiin hafe ka filame, «Jaalalli Mootii Waan Maraa ka bara baraa ti» jedhaa faarsulle woliin jiraniiyyu.