1 Chronicles 16:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo nami hojja ch'ufa Sanduqa Wold'aqisa durati magalata d'au, qaalole lama ta Benaiyafi Yahazieli jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baanaayaasiin gadichinii fi Yahizi'eel saanduuqa waadaa Rabbii afo'otti hennaa maraa xurumbaa afuufa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti Benaayaanii fi Yahaazi'el yennaa mara, Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa duratti tultullaa afuufan.