1 Chronicles 17:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa toko Daudini, ka mana isaa keesa jiru, raaga Nathani jed'ani yaame waan jed'eeni, Anini mana hind'eesani jaraniti gala, ammo Sanduqi Wold'aqisa AABBO Waaqa waaro keesati gala!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti uduu mana mootummaa ufii keessa taa'eeru guyyaa tokko raatticha Naataaniin nama itti ergee waamsisee, «Ani mana birbirsaan ijaarame keessa jiraata'aara, saanduundhi waadaa Rabbii garuu daasee keessa jiraata!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti mana mootummaa ifii keessa qubateen duuba, inni raagicha Naataaniin, «Kunoo, ani mana muka hindheensaatiin ijaarame keessa le'a; Saanduqi Gondooro'oo Mootii Waan Maraa ammoo dunkaanii jala jira» jedhe.