1 Chronicles 17:10 — Compare Translations

1 translations compared side by side

Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani abbootii mura'aa kolbaa tiyya Israa'eliif kaaseen jalqabanee, ka isaan cunqursane, deebi'ane isaan hin cunqursanu; diinolee teeti mara gad hin deebisa. Mootiin Waan Maraa mootummaa sanyii teetii jabeessee akka dhaabu ani sitti hima.