1 Chronicles 17:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami mana naa jaaruleeni isuma, anini ammalle hayyuma isaa haga jiru jireenna iraa infuud'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni mana naaf ijaara; siree isaallee baraa haga bara baraa jabeessee dhaaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni mana naaf hin ijaara; anille barcumaa mootummaa isaa haga bara baraa hin jabeessa.