1 Chronicles 17:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haga jiru jireenna isa gudda gumi tiyyaatiifi lafa tiyya tolche, hayyumti isaleeni muumme inqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
banii kiyyaa fi mootummaa kiyya keessa baraa haga bara baraa isa dhaaba; teessoon isaallee bara haga bara baraa jabaatee dhaabata»› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa tiyya irratti, mootummaa tiyya irralle'etti bara baraan jabaatee akka dhaabbatu hin godha; barcumaan mootummaa isaalle bara baraan jabaatee hin jiraata› jedhi» jedhe.