1 Chronicles 17:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Daudini Waaro Woyyuma ta AABBO Waaqa d'aqe, gatae kad'ate waan jed'e, Anaafi worri kiyyaleeni qara eenu, ee AABBO Waaqa, ka atini armaani nu geete waan kana ch'ufa nuu tolchite?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootichi Daawiti daasee Rabbi itti waaqeffamu keessa taa'ee, «Yaa Rabbii kiyya; ka asiin na geette ani eennu? maatiin kiyyallee eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawitiin mootichi ol seenee Mootii Waan Maraa dura tee'ee, «Ee Mootii Waan Maraa Waaqa, ati as ka na geessitte, anii fi maatiin tiyya eennu?