1 Chronicles 17:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini fed'umafi hereguma keetiini waan kana na tolchite, guddinna kiyya ka gad'ufu na garsiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana ati waan guddaa kana maraa isa beessisu'uuf akka fedha keetiititti maalalee kana maraa garbicha keetii goote.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, tajaajilaa keetiif jettee akka fedha keetiititti, waan guddoo tana gooteerta; waadaa guddaa kana maralle beessitteerta.