1 Chronicles 17:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nathanini waan jed'eeni, Waan atini hereddu ch'ufa tolchi, wonti akanatiifi Waaqi si woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naataan Daawitiin, «Rabbi waan si woliin jiruuf waan yaadde maraa godhi» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naataanille deebisee Daawitiin, «Waaqi si woliin waan jiruuf, waan gadhaan keeti yaade mara godhi» jedhe.