1 Chronicles 17:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini yayu worra Israeli haga jiru jireenna nama kanke tolfate, ammalle, atini AABBO Waaqa, yayu Waaqa worraa taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii Israa'elii baraa haga bara baraa banii kee gootee atillee Waaqa isaanii taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati kolbaa Israa'elii haga bara baraa teeti godhattee, Waaqa isaanii teete.