1 Chronicles 17:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini yayu waan kana hojattu tanteeti mullifte waan jette, Anini mana sii jaara. Tanaafi, ee Waaqa kiyya, anini hojattuuni tante garaa jabaad'e waan kana si kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa kiyya! Akka mana isaaf ijaartu garbicha keetitti waan ibsiteef, inni kadhaa kana si kadhachuu ugge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa kiyya, ati sanyii ana tajaajilaa keetii haga bara baraa jabaattee akka dhaabbattu, mudhi'iin waan natti dubbatteef, ani tajaajilaan keeti gara keeti daadimatiisaaf, jajjabeenna dhaggadheera.