1 Chronicles 17:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini, Ee, AABBO Waaquma, dubbini tante ch'ufti d'uga, atini yayu kakhu dansa tana hojattu tanteeti kakhatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii kiyya; ati Waaqa dhuga'aati; waan mishaa kana ana garbicha keetitti waan himteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati Waaqa; ati ana tajaajilaa keetiif waadaa dansaa kana galteerta.