1 Chronicles 17:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma si kad'ad'a, d'aloota kiyya eebise, aka worri naasu tante hojja ch'ufa argatu. Atini, ee AABBO Waaqa, yayu worra eebifte, ammalle eebiti tante haga jiru jireenna d'aaloota suni iraa imbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu baraa haga bara baraa mana garbicha keetii eebbisuun fedha keeti; kanaafuu waan eebbifteef baraa haga bara baraa ka eebbifame ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati sanyii ana tajaajilaa keetii, haga bara baraa fuula keeti duratti eebbisiisaaf jaalatteerta. Ee Mootii Waan Maraa, ati waan isii eebbitteef, isiin haga bara baraa hin eebbifanti» jedhe.