1 Chronicles 17:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beeni, hojatu tiyya Daudini waan jettu, nami mana anini keesa tau na jaaru siiniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gara Daawitii garbicha kiyyaa dhaqii mana woyyuu ani keessa jiraadhu ka ijaaru si'ii miti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhaqiitii tajaajilaa kiyya Daawitiin, ‹Mootiin Waan Maraa: mana ani keessa le'u ka naaf ijaaru si'ii moti.