1 Chronicles 17:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haguma gaafa worra Israeli lafa Misiri keesaa baase, haga arrale, taka manati ingalle, anini fulluma qubatani ch'ufati waarumati gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
banii Israa'elii hennaa garbummaa biyya Misirii keessaa baase irraa jalqabee haga adhaa mana keessa jiraadhee hin beeku; hennaa maraa daasee keessa taa'ee hulee tokkoo gara hulee biraa naannaya'aa ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani bara Israa'eloota biyya Gibxi'ii keessaa baaseen jalqabee haga ammaatitti, dunkaanii takkaa irraa gara dunkaanii taaniititti, addee quttumaa takka irraa gara addee quttumaa taanitti deeme malee, mana keessa hin leene.