1 Chronicles 17:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, haga worra Israeli woliini godaanu, taka nama anini fohad'e worra Israelitini deemu tokoleeni, maanifi mana hind'eesani jaarani na injaarini? Jed'e ingaafanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hulema banii Israa'elii woliin deeme marattuu maaf birbirsaan mana naaf hin ijaarre?» jedhee nama Israa'eliin haa bulchu'uuf jedhee muude keessaa eennuun gaafadhee beeka?›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'eloota mara woliin lafa dhaqe maratti, abbootii mura'aa ta Israa'elii worra ani kolbaa tiyya akka eeganuuf ajaje keessaa tokkolle'een: muka hindheensaatiin maaf mana naa ijaaruu didde? jedhee beekaa?