1 Chronicles 17:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fulla atini deemte ch'ufa si woliini deeme, nyaapa kanke ch'ufa si duraa balleese. Anini gurra gudda hayyooti lafa keesa jirtu ch'ufti qabdu sii keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa ati deemtu marattuu ani si woliin ture; diintota tee maraa si afo'oo balleesse; akkuma bulchoonni jajjabaan maqaa mishaa qaban maqaa mishaa sii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa ati dhaxxe maratti si woliin jiraayyu; diinota keeti maralle fuula keeti duraa balleesse. Ammalle akka maqaa namoota gugurdaa biyya lafaa keessaa akka maqaa tokkochaa maqaa keeti hin godha.