1 Chronicles 17:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu lafa worri kiyya ka Israeli keesa tau, ka nami deebie worra indabsine fohad'eefi keesa qubsise. Haguma worri lafa tana d'ufe nyaapi worruma had'a, ammo wonti kunini deebite intaatu. Anini nyaapa keesani ch'ufa isani iraa d'owe isani horsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kiyya Israa'elii hulee qopheessaaf, gad isaan dhaaba; isaanillee hulema ani isaan kaaye jiraatan; achiin maayessa isaan hin raafaman akka bara durii worra Israa'eliitii worra isaan irratti murteessu kennee worri hammeeyyiin deebi'anii isaan hin miidhan. Diintota tee maraa ani hin salphisa, akka Rabbi mana sii ijaaru ani sitti hima,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa tiyya Israa'eliif addee hin kenna; isaan hin sarbamanu; biyya ifii keessa hin le'an. Haganaa achi namooti hamooleen akka yennaa durii san isaan hin cunqursanu.