1 Chronicles 18:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni Daudini ammalle worra Filisti had'e dabsate, dira Gathitifi ollowaani isa iraa boojie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Daawiti worra Filisxeemiitiin lolee isaan mooyatee gibira isaan gabbarsiise; qachaa biyya Geetiitii fi gandoota naannoo san jiran maraa isaan jalaa baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Daawiti worra Filisxeemotaa lolee injifatee, qachaa Gaatiitii fi olloota adaala isaa harka worra Filisxeemotaatii baase.