1 Chronicles 18:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abishaini, ilmi Seruya, gosa Edomu bale sooda keesati dabsate, nama kuma kud'ani saddeeti fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abiisaan ilmi Xuuriya'aallee worra biyya Eedoomii keessaa dhooqa sooqiddaatitti namoota kuma kudha saddeetii fixe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiishaayiin Zeruyaan deette dhooqa sooddaa keessatti namoota Edoomii kuma kudhanii saddeeti ijjeese.