1 Chronicles 18:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Edomu keesa fulla ch'ufati, fulla askartini teetu jaare, biyyiti lafa sunileeni ch'ufti hayyu Daudi jalati bulte. AABBO Waaqi Daudi fulla inni bahe ch'ufa eebise, nyaapa isale ch'ufa isa dabsachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
loltoota ufii biyya san keessatti dhiise; worri biyya Eedoomii maruu worra Daawitiif gabbarsuu gabbaru ta'an; Rabbi hulee Daawiti gaye marattuu mootee kenna'aafii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti quttuma loltootaa Edoom keessatti dhaabe; worri Edoomiille martinuu isa gabbarane. Mootiin Waan Maraa lafa Daawiti dhaqe maratti injifannoo isaaf kenne.