1 Chronicles 18:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Benaiyani, ilmi Yehoyada, gudda askarti Daudi eeddu; ammalle ilmaani isaaleeni huji isaa keesa nama gugurda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baanaayaas ilmi Yoodaahe'ee ajajaa worra mana mootumma'aa ka Daawitii eeganiiti; Ijoolleen dhiiraa ta Daawitii mana mootummaa abbaa ufii keessatti ballii guddaa qaban ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Yehoyaadaa Benaayaan itti gaafatamaa kutaa loltoota mooticha eeganuu ti; ilmaan Daawitii hujii mootummaa isaa keessatti addee ol-aantuu qabaniiyyu.