1 Chronicles 18:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ammalle worra Moabu dabsate, worri isa jalati bule gibira baaseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Moo'aabiillee mooyatee akka isaan gibira isa gabbaran godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti Mo'aabotalle injifatee, isaan tajaajiltoota isaa te'anee, gibiralle isaaf fidane.