1 Chronicles 18:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege, Daudini Hadadezeri hayyu lafa Soba, d'aatu lafa Hamathiti, had'e, wonti akanatiifi Hadadezerini lafa isaa ta fulla galaana Frati deefachu fed'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti bulchiinsa naannoo laga Efraaxisii qabachu'uuf hennaa dhaqe mootii biyya Suuba'aa Adira'aazaariin haga biyya Haamaatiititti isaan mooyate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti itti dabalee lafa laga Efraaxiisii bira jirtu lolee harkatti galfatiisaaf yennaa dhaqe, mooticha Zoba'aa Hadaad-Ezer haga qachaa Haamaatii dhaqee lole.