1 Chronicles 18:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa worri gosa shamu, ka Damaski jiru, duula baase hayyu Hadadezeri qarqaaru d'aqe, Daudini worra had'e, nama kuma diddami lama fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa worri Sooriya'aa biyya Damaasqo'ootii mootii biyya Suuba'aa Adira'aazaariin gargaaru'uuf dhufan Daawiti worra Sooriya'aa keessaa namoota kuma diddamii lama fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Sooriya'aa ka Damaasqoo keessa le'anu, mooticha Zoba'aa Hadaad-Ezer qarqaariisaaf yennaa dhufane, Daawiti lolee isaan keessaa namoota kuma diddamii lama ijjeese.