1 Chronicles 18:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini lafa worra keesati fulla askartini isaa teetu jaare, worri isa jalati bule gibira baaseefi. AABBO Waaqi Daudi fulla inni bahe ch'ufa qarqaare, waan ch'ufa isa dabsachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Damaasqoo biyya Sooriya'aa loltoota ufii kaayee worri biyya Sooriya'aa worra Daawitii gabbarsuu gabbaran ta'an; Rabbi hulee Daawiti dhaqa'aa ture marattuu akka inni mooyatu godha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni lafa isaanii keessatti quttuma loltootaa dhaabee, worri Sooriya'aa isaan bulanee gibira isaaf geessane. Mootiin Waan Maraa addee dhaqe maratti injifannoo Daawitiif kenne.