1 Chronicles 18:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle sibiila diima heddu dira Tibhathitifi Kuni jed'ani, ka Hadadezerini mohatu, keesaa boojie. (Sibiila kana eege Solomonini fuud'e, haro gingitifi, utubafi, miha Mana Waaqatini mid'aase.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti qachoota Adira'aazaarii Xibihaatii fi Kuuniin keessaa sibiila baay'ee fudhate; haga diqqoo turee Solomoon waan kanniiniin gongaa bisaan itti kuusan ka mana woyyu'uu, utubaawwanii fi meeshaallee sibiila diimaa irraa hojjachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammalle qachoota Hadaad-Ezerii ka, «Xibhaatii fi Chuun» jedhamanu keessaa sageettuu bacaa fudhate. Mootichi Solomoon sageettuu saniin waabaa bisaanii, utubootaa fi meya sageettu'uu ka adda addaa huje.