1 Chronicles 19:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoabuni aka nyaapi duraafi duubani isa marse arge jennaani, askarti Israeli nama jajaba filani fuud'e, duula worra Shamu kaani duraani d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab hennaa duubaa fi afo'oon akka lolli isa marse arge, worra Israa'elii keessaa namoota filatame fooyee worra Sooriya'aatitti duulchise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aab duraa fi duuba isaatiin woraanni akka isa marseeru yennaa dhagge, loltoota Israa'elii keessaa loltoota gootota filee, worra Aaramii akka lolanuuf erge.