1 Chronicles 19:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni askarti isa ta hafte taani oboleesa isaa Abishai gudda iti tolche, Abishaini askarti suni duula worra Amoni duraani d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hafe garuu Abiisaa obboleessa ufiitii kenne, isaanillee worra Amooniititti duulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hafane obboleessi isaa Abiishaayi akka ajaju godhe; isaan Amoonota loliisaaf qophowane.