1 Chronicles 19:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yoabufi jari isaa had'iisaa orinaani, worri Shamu duraa baqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyo'aabii fi baniin isa woliin jiru lolaaf gara worra Sooriya'aa dhaqan; isaan garuu isaan jalaa dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yo'aabii fi loltooti isaa worra Aaramii loliisaaf duulane; worri Aaramii isaan duraa baqatane.