1 Chronicles 19:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyu Daudini waan jed'e, Anini Hanuni, akuma abbaani isaa duri na nahe na qarqaare, akasuma isa qarqaara. Duuba Daudini nama erge, lubbu abbeeti iraa hafi Hanunini jed'e. Worri sunini Amonini bahe fulla hayyu Hanuni d'ufe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, «Waan jasaa abbaan isaa naa godhee anillee ilma Naa'oosii Haanooniif jasaa oolaaf» jedhe; kanaaf Daawiti waan abbaan isaa Naa'oos du'eef akka isa jajjabeessaniif dhaamsa erge. Garboonni Daawitii Haanooniin jajjabeessu'uuf gara biyya Amoonii dhaqan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti, «Abbaan Hanuunii Nahaashi waan dansaa waan naa godheef, anille ilma isaa Hanuuniif waan dansaa hin godha» jedhee, sababa du'a abbaa isaatiif akka isa jajjabeessanuuf namoota itti erge. Namooti Daawiti erge sun Hanuun jajjabeessiisaaf gara biyya Amoonii yennaa dhufane,