1 Chronicles 19:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani, jaaroleeni Amoni waan hayyuuni jette, Atini waan d'uguma Daudini ulfinna abba kanketitifi lubbu isaa iraa hafe jed'e jara kana siti erge seeta? Akasiniti, insobamini, inni aka dooyate, hegeri lafa tana balleesuufi worra kana gadi erge!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni biyya Amoonii garuu, «Waan Daawiti abbee kabajju'uuf jedhee akka si jajjabeessaniif namoota sitti erge seetaa? Sirima sitti hin fakkaatin! Namoonni dhufan kunniin biyya qoru'uuf, balleessu'uuf, gaadu'uuf gara kee dhufanii mitii?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qondaaltoti Amoonotaa mooticha Hanuuniin, «Daawiti namoota ergee si jajjabeessiisaan abbaa keetiif ulfinna kennaara seetaa? Namooti isaa biyya qorqoranee, mootummaa teeti garagalchiisaaf, lafa dooyiisaaf dhufanee motii ree?» jedhane.