1 Chronicles 19:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Hanuni worra Daudini erge suni qaqabe, areeda iraa haade, woya worraa hid'aanati ch'ire, worra ufira galche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Haanoon namoota Daawiti isatti erge sanniin fuudhee areeda isaanii irraa haachisiisee, uffata isaaniillee haga mudhi'iititti isaan irratti biinxee isaan geegesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Hanuun namoota Daawiti erge san qabee, areeda irraa haadee, woyaa isaanii mudaamuddi'itti irraa muree isaan ari'e.