1 Chronicles 19:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini qonqo suni d'ageennaani nama fuula keesa worra erge, maro worri ch'eeraa galu dad'abeefi. Inni iti d'aame waan jed'eeni, Yerikoti hafa, haga areedi keesani bahuti achi taa, duuba eegi suni koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri oduu odeessan dhaqanii waan namoota kanniin irra gaye Daawititti himan; Daawiti, «Namoonni waan guddisanii saalfataniif haga areenni isaanii isaaniif guddatutti biyya Iyyaariko'oo keessa taa'aatii achiin maayessa galaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti dhaqanee marroo namoota sanii Daawititti yennaa himane, namooti ergamane sun guddoo waan qaanowaneeranuuf, haga areedi isaanii latee guddatutti Yerikoo akka turanuu fi achiin duuba akka deebi'anu namoota isaanitti erge.