1 Chronicles 19:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hanunifi worri gosa Amoni, aka Daudi nyaapa ufiti tolchani hubannaani, qarsi kilo kuma sodomi afuri baasani, gaarifi nama gaari oofule lafa Mesopotamiatifi Aram-Maakatifi Soba ch'ufa keesaa bitate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Amoonii akka ufumaa Daawitiin uf irratti diina godhan hubatan; kanaaf birrii saqilii kuma soddomii afurii kaffalaniifii gaarii fardaa, worra fardaan lolu, Mesophotaamiyaa gubba'aatii fi worra bulchiinsa Sooriya'aa jala jiran Maa'ika'aa fi Suubaa irraa kireeffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hanuunii fi worri Amoonotaa akka Daawiti isaan jibbe yennaa hubatane Aaram Naharaayim, Aaram Ma'akaa fi Zobaa irraa garreettaa fardaan harkifamuu fi worra garreettaa fardaan harkifamu oofu kireeffatiisaaf meetii gara kiiloogiraama kuma soddomii afurii ergane.