1 Chronicles 19:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaari kuma sodomi lama ka worri bitatefi askartini hayyu Maaka d'ufte, d'aatu Medebaati qubate. Worri Amonileeni dira ufi keesaa bahe had'iisaa kurfae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaariin fardaa ka isaan kireeffatan kuma soddomii lamaatii fi loltoonni mootii Maa'ika'aa dhaqanii raasaa Meediba'aa biratti quphatan. Worri Amoonii qachoota ufii keessaa Yaa'anii lolaaf qophaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan meetii saniin garreettaa fardaan harkifamu kuma soddomii lamaa fi worra garreettaa fardaan harkifamu oofu, akkasuma mooticha Ma'aka'aa fi loltoota isaa kireeffatane; isaan dhufanee Medebaa bira qubatane; worri Amoonotaa ammoo, qachoota ifii keessaa bayanee wolitti qabamanee lolaaf qophowane.