1 Chronicles 2:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini maqa worra Ramufi Yese jiddu jiru: Ramu, Aminadabu, Naashoni (inni nama gudda gosa Yuda keesa),
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaraam Aminaadaabiin uumate; Aminaadaabi Na'aasoonii ajajaa ijoollee Yihuuda'aa uumate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raam Aminaadaab uumate; Aminaadaabille sooressa kolbaa Yihuda'aa Nahasoon uumate.